Onnee Irraa Gara Onneetti PC
K Technologies
Download Onnee Irraa Gara Onneetti on PC With GameLoop Emulator
Onnee Irraa Gara Onneetti on PC
Onnee Irraa Gara Onneetti, coming from the developer K Technologies, is running on Android systerm in the past.
Now, You can play Onnee Irraa Gara Onneetti on PC with GameLoop smoothly.
Download it in the GameLoop library or search results. No more eyeing the battery or frustrating calls at the wrong time any more.
Just enjoy Onnee Irraa Gara Onneetti PC on the large screen for free!
Onnee Irraa Gara Onneetti Introduction
Kitaaba 'Onnee Irraa Gara Onneetti' kan Application bilbila harkaatif tolfame. Barreessaan kitaabaa Umaralfaaruuq Sheek Aliyyii.
- Rabbiin tokkoomsuu (Towhiida)
- Shirkii irraa baqadhaa
- Gooftaa kee maaliin beyta?!
- Allaah (Gooftaan) keenya eessa jira?
- Rabbiif galata galchi
- Rabbiin Kadhadhu (Du’aayii jabeessi)
- Salaata hin dhiisin
- Faaruu Nabiyyii Muhammad (S.A.W)
- Ergamaa Rahmataa
- Gootummaa Nabiyyii Muhammad (S.A.W)
- Nabiyyiin Rabbii fi maatii waliin akkamitti jiraatu?
- Seenaa Sahaabaa Nabiyyii (S.A.W)
- Sahaabaa Arrabsuu irraa uf qusadhu
- Qur’aana Jabeessaa
- Maalummaa Qur’aanaa
- Waan Hundaafuu Obsi!
- Hadhaaf Abbaa keetiif toli
- Guddisa Ilmaanii fi waan barbaachisu
- Dhoorkaa tahuu Sagaagalummaa (Zinaa)
- Dhugaatii nama macheessu irraa uf Fageessi
- Hijaaba Uffadhu ittiinis booni
- Rabbiif jecha Dogongora waliif dhiisuu
- Hin Gaddin Gadda Keessaa bahi!
- Nama hin Kadhatin (Hojjadhu)
- Umrii kee itti Fayyadami
- Hammeenyaa fi Gaarummaa
- Waan Facaafatte haamatta hin dagatin
- Nama Jidduu deemtee addaan hin kutin
- Islaamummaa hin dheessin
- Yaamicha Nama Islaamummaa hin qabneef
- Islaamummaa Fi Shororkeessummaa
- Dhufaan Jira Harmee (Biyya Too)
- Barbaachisummaa iccitii
- Fuula kee nama hundaaf ibsi
- Fuula kee irraa gammachuun haa mul’atu
- Jecha gaarii namatti dubbadhu
- Wal Mararfachuu Wal Jaalachuu
- Salaamata (Nagaha) Wal Gaafachuu
- Kabajaa (Bakka) waliif kennuu
- Waa Qaanfachuu (Saalfachuu)
- Du'aaf Uf Qopheessi dhuftee
- Qabrii Fi Cinqaa Qabrii keessaa
- Dhufaa Jirti Qiyaamaan
- Du’aa fi afuuffaa (xurumbaa) jalqabaa
- Kaafamuu fi xurumbaa (afuuffaa) lammaffaa
- Dirree Kaafamaa (Ooydaa Mahshar)
- Manguddummaa Nabiyyii Muhammad (S.A.W)
- Herrega Waan Hojjatanii Guyyaa Qiyaamaa
- Nama Hundaaf Kitaabni Raabsamuu
- Hojiin Namaa Miizaan irra kaahamuu
- Haroo Nabiyyii irraa dhuguu fi Siraaxa Dabruu
- Jannata Seenuu fi Qananii isa Keessaa
- Ibidda Seenuu fi Rakkoo isa Keessaa
- kaafamuu Du’aa
- Xumura
Tags
Books-&Information
Developer
K Technologies
Latest Version
2.0
Last Updated
2021-07-08
Category
Books-reference
Available on
Google Play
Show More
How to play Onnee Irraa Gara Onneetti with GameLoop on PC
1. Download GameLoop from the official website, then run the exe file to install GameLoop
2. Open GameLoop and search for “Onnee Irraa Gara Onneetti” , find Onnee Irraa Gara Onneetti in the search results and click “Install”
3. Enjoy playing Onnee Irraa Gara Onneetti on GameLoop
Minimum requirements
OS
Windows 8.1 64-bit or Windows 10 64-bit
GPU
GTX 1050
CPU
i3-8300
Memory
8GB RAM
Storage
1GB available space
Recommended requirements
OS
Windows 8.1 64-bit or Windows 10 64-bit
GPU
GTX 1050
CPU
i3-9320
Memory
16GB RAM
Storage
1GB available space